Ajaaiba!!! Allaahu akbar Guyyaa muraasa dura dubbisa akkana jaun - TopicsExpress



          

Ajaaiba!!! Allaahu akbar Guyyaa muraasa dura dubbisa akkana jaun dubbise,mr. Bean amantii islaamaa qeebale waan ajaaibaa hin dhugoomsine eeganaa ammas guyyaa muraasa booda irra deebieetin arke ammas hin dhugoomsine ofirraahin website #Mr.Bean seenee laale kunoo dubbiin dhugaadha. Gammadaa warri haqa jaalatu cuftinuu. Mee yoo oduu kanarraa gammadde comment irratti ALLAHU AKBAR barreessi yoo si hin gammachiifne ammoo callisii bira dabri. Ani gama kiyyaan ALLAHU AKBAR ati hoo???
Posted on: Mon, 28 Oct 2013 15:08:16 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015