DHIIRAA JIRU DHIIRUMMA HIN DHUUNFAATANI Dhiirummaa dhuunfaachuni - TopicsExpress



          

DHIIRAA JIRU DHIIRUMMA HIN DHUUNFAATANI Dhiirummaa dhuunfaachuni Rakkissa dha . Maali yoo jeenee dhiiri , dhiiraa caaluu hin jira , amma feee yoo jabaa Taee dhiirumma dhuunfaachuni bayyee rakkoo dha . Kanaafu dhiirumma hin dhuunfaatani ( monopoly) . Akkattii biyyaa keenya Oromia Woyane qabaatee yoo ilaallee , Kara sirii otoo hin taanee kara dabatti kani Woyane nuu irratti jabeessani wara halaatti malee , Oromo caalaa jabaatee yookani goota taatee mitti . Woyane nutti jabeessani Olii kayaani deemani . Wali galtee godhanee adda itti bu uu yoo banee HARKA WAYAA JALAATNI HOJAA HOJAANA. fakkeenyaa daandii cuufuu , gibiira kenu dhiissu , ergamtu diina eeshii ijjoollee keenya torchii gotuu ,wali galteeni qabani AKKA HIN JIRANEE AKKA HIN DUNEE GOCHUU . SABONA OROMO MANA HIIDHA WOYANE JIRU , ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE, AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE . SABON KUNI MANA HIIDHA WOYANE TUREE . SABONA YERROO AMMA , MANA HIIDHA KANATTI HIN DHUKKUBA . FUNDURATTI GAAFA WOYANE KUFTEE . BAKA WOYANE YOO AMMA SII DEBINEETTI ITOOPHIYAA KANA IJARAA YOO JEDHANI ,WANI SABONA OROMO KUNI WANI TOLE JEDHUU MITTI . MAALI FI YOO JENEE ? AKKAAKAYYUU ISAA HAILE SILASE TUU AJJEESSE ABBA ISAA DARGII TUU AJJEESSE ISAA MOO WOYANE NI MANA HIIDHATTI LAAFIFTEE . MAQAA ETHIOPIA KANANI FIRA OFII HUNDAA DHABEE OFI MANA HIIDHA WOYANE TTI DHUKkUBSAACHAA JIRA . SABONA OROMO KUNI FUNDURATI ETHIOPIA IJAARI YOO JETTENI , TOLEE HIN JEDHUU . FIRRI ISAA KUNI KANI DUAANI WARRANA IRRATTI OTOO HIN TAANEE , MANA HIIDHATTI BALEESSA MALEE. MAQAANI SABON HINSAARMUU JEDHAMA. Kara bira yoo ilaalle , yerroo warqiini shaakisoo harka tujjaaraa tokko jira , tujjaarii kuni hidaa Warqii Shaakisoo harkati galfaatee capital isaa harka shaani gudaateetti billion 12 dollars oli taee . Gari irraa caaluu KANI lafa Oromo irraa amma kana horee . AKKA JEDHANI , dhaayii gowwatti GINDAA MURUU jedhani . Dhugaani keenya nuttu moaa. DIINI HIDDI FARDI IRRAA HIJAATEE HAA TAATU
Posted on: Tue, 19 Nov 2013 13:40:58 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015