For “Amigna Gesgar face book group” “Jabaatan malee jabaa - TopicsExpress



          

For “Amigna Gesgar face book group” “Jabaatan malee jabaa hin nyaatan” jedha Oromoon ennaa makmaaku! Marree ijoollee yookan kabajamtoota amiinyaa gesgar mullata gaarii calqabneerra.kanaaf,warri fedhii fi hawwi guddinaa qabdan garee kana keessatti hirmaadhan hawwii keenya.Hirmaachuudhaaf Obbo Nagasaa Mullataa ykn obbo Nugusuu Alamuutiif mallattoo cuquliisaa gadi qabaa.Warriin yaadaan nugargaaruu barbaaddan yaada keessan saanduqa yaadaa keessatti nuuf darbaa! Yannikeessan nu jajjabeessa waan taheef! Waaliin taanee Aminyaa yaa misoomsinu!! For “Amigna Gesgar face book group” This is inform you that we have proposed to save maney permonth for a year; so, if u have interest,u can call for Mr.Negasa Mulata and Nugusu Alemu. When our entire team embraces a vision, we will begin to run with greater interest, unity, effectiveness, and we rich onto our purpose. Let’s develop together our Amigna!!
Posted on: Thu, 04 Sep 2014 09:29:11 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015