Ijollen Oromoo Saanyi Eenyu Faati . Hidda baarentu hunde boranati. - TopicsExpress



          

Ijollen Oromoo Saanyi Eenyu Faati . Hidda baarentu hunde boranati. Eenyu nu setani sanyi gototati Nuhin bektan taanan gaafadha dhaqati Burqa Oromtota Bakka jaalqabati Hoomaqori qabnu saanyi qulqulluti Nutikan dhalannes oromiya baldhootti Dachee sawwan gute kan foonif dhadhati Biyyen kangabbatte lafamidhaniti dabalatas miti qaabenya ishiti Fayyadamtonnille sabuma birati Isaan oromo miti saanyiwwan galtuti Nuti ishe beknu bakka ishendhufteti Qaabenya kenya nyatti koolu nutti galteti Kaadhan nutti sente booda dhunfatetti Qeee abbakenya dawoo godhatteti Tokkumma nudhorkite nugowomsiteti nuti kan rakkanne saanyuma eenyuti Eenyutu wallala sanyi oromooti Kan tokkumma dhabne gaargar bittinnofne Kan saffisa dhabne baaye dubatti hafne Kan waal argu dhabne gargar adda baane Nuu kan wali galuu maaluma yoogonee Rakko kenya hikuf maalif faala dhabne Dudubbaachu maale waal dhagau dhabne Jajjabina dhabne waarri ijaraamne humna xiqqadhan saalphati digamne Saafu saba keenya malif waallaltani Keenya awaaltani kaan orma bittani Dina kara baanuf waak gowomsitani Wal barsisu dhistani kan waal tuffattani Aarsan gootota keenya maalif dagatama Inni dhigaan dhufe maaf milaan dhitaama Dhaalota SICOODHAN maaf irraffatama Seena ijolle oromo taasuma hin dagadhu Aani gowomfaames taasuma jiradhu Sodachiso kaanan yoomille sodadhu Injifannodhafis abdi hin kutaadhu Hubaanno gaafata bilchina waalini milkaau daandessi qaabson tokkummani Harka wal qaabanne yookane walini Gowomfaamu baanne qarshifi garani kana gonumale hin jiru furmaani baaye gowomnerra wan nuf hin gaalle jira dubbin tun waa2 hubadhu adaara Baachudha daandenye cubbufi gidira kanat naatti ulfaate qalbiko naahira Kaate nabarrifti akkuma sinbira jaabadhu lammiko abdi kutaatin... Anis kana caala sinitti dheresu kan naa dubbistan waqni sinaa eebbisuILMAN OROKOOTI ISINAAN JAALADHA
Posted on: Wed, 06 Nov 2013 03:59:55 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015