KANA BEEKTUU……? Qaamaa keenya keessa kanneen armaan gadii - TopicsExpress



          

KANA BEEKTUU……? Qaamaa keenya keessa kanneen armaan gadii jiraachu isaanii Bishaan 40 litira Dhiiga 5 litra Seelii sammuu 100 biliyona Seelii dibataa 45 biliyona Heemoogloobiin 6000 miliyona Rifeensa mataa 100,000 Xannacha dafqaa milaa 250,000 Pirootina garagaraa 100,000 Hidda dhiigaa 96,500 km Sammuu(angoolii) 1,300 sisi Mar’imman 7.5m Irreewwan(xunchaa) 600 Lafee 206 Xannacha dafqaa 250,000,000 Xannachaa mi’aawaa adda baasu 10,000 Seelii foolii 40,000,000
Posted on: Sat, 13 Jul 2013 08:53:55 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015