ODUU MANA MURTII KOREE KEENYA Adeemsi mana murtii koreewwaan - TopicsExpress



          

ODUU MANA MURTII KOREE KEENYA Adeemsi mana murtii koreewwaan keenya ammaas ji’aa tokko akka dhabbatuu godhamee jiraa. Abbaan Alangaa Mootumaa Ragaa sagalee fi Vidioo naan qaba jedhee mana murtiif sagantaa kayyameef dhihaatus kanneen muraasa qofa Youtube irraa funanne ergaa dhiheesse booda rakkanni sagalee fi video 10 kan hafaan immoo dhiheessuf beellamaa jijjiramaa ji’aa tokko waan gaafatteef ji’a tokko booda 22/2005 a.l.i beellama jijjiramaa mana murtii kennuf dhagahamee. Abbaan alangaa ragaa namaa mana murtiitif akka dhiheessu guyyota hojii 10 kennamufis guyyoota kurnaan 12 baayisuun guyyoota 120 olii akka itti dhufattuu gochuun ni yaadatamuu yoomu ta’uu Ragaalee Sagalee fi Vidioo beellama torbaani yoo kennames guyyoota 7 hojii kennamef Abbooti Murtii wajjin walii galuun dabalata ji’aa tokko beellamni akka dheeratuu godhamee jiraa. Beellamni Koreewwaan Keenya Haali Murtii ji’aa tokkof akka dheeratuu ta’uun isaa baay’ee Onnee namaa caabsaa
Posted on: Fri, 28 Jun 2013 16:12:27 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015