#OromoProtests update from Madda Walabu University...students - TopicsExpress



          

#OromoProtests update from Madda Walabu University...students forced to leave campus and seek refuge with residents due to nightly raid and beating in dormitories. Unconfirmed report shows up to 80 students Robe and Goba hospitals due to injuries sustained. ----------- Univarsitii Madda Walaabuu keessatti tumaatin humnoota mootummaa waan hammaateef baratoonni moraadhaa baqachuun jirattoota naannaawa biratti galuuf dirqaman. Tumaatii halkan domitti godhamaa jiruun joolleen gara 80 taatu hospitaala Roobeefi Gobbaa keessatti walaanamaa akka jiran himama.
Posted on: Fri, 02 May 2014 09:20:45 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015