Radio bbn Afaan Oromifaa ODUU HARARGEE - TopicsExpress



          

Radio bbn Afaan Oromifaa ODUU HARARGEE BAHAA ♥#RadioBbnAfaanOromiffaa ♥#sagaleen_keenya_haa_dhagahamu ◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆◆ Godina Harargee bahaa aanaa gursum magaalaa funyaan biraatti hidhaa fi cunqursaan moottummaan ummata muslimaa irraan gahaa jiru daran cimee itti fufee jira. Godina Harargee bahaa aanaa gursum magaalaa funyaan biraatti dhiibbaa , hidhaa fi cunqursaan muslimoota irra gahaa jiru cimee itti fufuu isaa maddeen Radio Bbn gabasanii jiru. Guyyaa dheengaddaa obboleysi keenya kan magaalaa funyaan biraa abdullaahi sh/muhammad kan jedhamu mormii guyyaa iida Al-fixirii situ kakaase jedhamee barbaadamuudhaan dilbata dheengaddaa iddoo jiru irraa qaamman poolisaatiin qabamee mana hidhaatti darbamuu isaa maddeen gabaasanii jiru. ☆ ALLAAHU AKBAR!
Posted on: Tue, 24 Sep 2013 11:43:46 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015