the man who does no read has no advantage over the man who can not - TopicsExpress



          

the man who does no read has no advantage over the man who can not read Mark wain so you the lady and gentleman please you should have to be active on your own History and stores!!!!!!!!!!!!!!!! eegaa wolumaa galatti nu umanni oromoo seenaa kenna wolaaluudhaan akka bishaan gabatee irraa olii fi gadi garagaluun dhala haraa duubaan dhufu fi dabaree seena taee mulatuu miti maalumaa kenna nu wolaalchisuu dandaa kanafuu waan hubatama taee fi qabatama taedhaloota kenaaf qusannee bira dabruun dirqama kenna hunda tauu qaba.kuni immoo kan dhagenne taee kan dubifnne irra waan hubatte woliif dabarsuun dirqama kenna hunda.isa hubateef carraan kee wolabumaa fi bilisummaa biyaa wol duraa duubaan siif haa tau jedha.galatooma LEENCA LEENCCAWWANNII KALLACHA OROMOOTAA DHIIRA SEENAA QABDDU WAAQOO NAMA GUDDAA DUUTI HAJAA HIN QABDDUU NAMA FUUTI ADAA? IJJIS BADDU BAKKI IJAA HIN BADDU BAALEE DHALONNI ISAA LEENCCA KANA BEEKTU FUDHATTE KAA DUUTI MAGANI HAA BADU!!!! AMMA SEENAAN ISAA EESSA JIRA BEEKTTU? GAAFA ABBAAN BIYYEE ILMI ABBAA BIYYAA JECHA OROMOOTAA QOTATAA DALDALAA FI ABBOOTIIN BARNOOTAA BARATAA FI MANGUDDOON WORRI DOKTOROOTAA QABSOON WAAQOON FIDE MEETI OROMOOTA? DEEBII GAAII KOOTII EENUTU NAAF LAATA? LAMMII KOO SABA KOO WA ISINII DHAAMAA BAKKA JIRTAN HUNDATTI HIN ARGIMAA HAMAA QABSOTTI OL KAAA YEROON KAAN AMMA.....AMMA....AMMA!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Posted on: Tue, 22 Oct 2013 14:24:38 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015