As wr wb yaa oboleewaan kiyaa kan muslimaa dudii nagaaf rahamani - TopicsExpress



          

As wr wb yaa oboleewaan kiyaa kan muslimaa dudii nagaaf rahamani rabii isinraa hajiratu bagaa jirtanuti egaa kesumaan kenyaa kan kabajaa kan rahamata nuu biraa galaa jiraa egaa mali kesumesine gegesaa jiraa mee ofi hagafanuu adha guyaa 16 kan hafee guyaa 14 garuu kan darbee kesaa malii hojatane kan itii hanuu kesaa mo mali hojatachuf tenyaa mee adara yaa umataa muslimaa kurnesitun kun kan dhifama kadhanani rabin kenyaa nuuf dhisudha bultin kudhan inii dhumadha kan ibidaa azaba iraa najaa nuu basuu jedhan kadhatan jenaan rabin namaf hararamudha inasha allaha rabin nuuf hararamu yadaaf muradaa kenyaa rabin nuuf hagutuu akiraf dunihaa rabi nuha milkesuu Amiiiiiiiiiiiin yaa Rabii
Posted on: Mon, 14 Jul 2014 23:40:52 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015