Kani ati kokolfaa nyaatu anna heerbaata namtchaa tuu kajeele - TopicsExpress



          

Kani ati kokolfaa nyaatu anna heerbaata namtchaa tuu kajeele heerbaata namaa nyaata . saana bodee mana ofi tti gallee heerbaata ofii sii hin nyaata . gaafi tokko abban heerbaatn jalaa nyaatamee haaree akkana jedhee .kani ATI KOKOLFAA NYAATUU ANNA HERBAATA JEDHEE. akkuma kana waayyaaneeni lafa Oromo biyya addunya tti kani gurguurtuu kuni . boru fi iftaan dhaali oromo lafa bira hin qabu gara deemu hin jiru assii kani jiratu . kani Tigreeni kokolfaa nyaatuu kuni Opdo wajjiin Oromo heerbaata. Warri kana gubbaa liiqaa bayyee ofi irra qabani lee lafa biyyaa saanii SQUARE METRE TOKKO HIN GURGUURREE fakkeenya Greec Portugal Italy Espain Etc. .Ummani liiqaa ofi irraa qaban namn saanii jireenyaa akka DAMMA MIIUU jirataanitti . Kani waayyaanee budget of 2014 8 billion dollars umman miliyooni 80 . Kuni jireeny otoo hin taanee kani duee oli kani jiru gaddi . seeraa bosonaattin jiratuu ( seeraa Waayyaanee fi Opdo ) wanti Waayyaaneen lafa gurguurrtuufi dhiimaa ummatati otoo hin taanee. Lafa yerroo gurguurrtuu off shore tti horii baayee argatii Waayyaaneeni yerroo angoo irra gonbifaamitee warri lafa keenya bittan nuu rakkissun waan afuu mitti .Abjuu sodaa hirbaa hin dhisaan malee .Waayyaaneeni yerroo hundaa hiidhaa hiituu furrgaassa hin qabu . gaaftokko bullmaan Waayyaaneeni aangoo irra bulltuu rakkoo ummata Oromo GEOMETRICAL PROGRESSION baaysaa . Reee inna warraabeessi nyaatu , kani haalaalla guurtii Bara 1991 yerroo Waayyaaneeni aangoo hurrufaa argatee . Otoo namni keenya wajjiin akka namaa tokkotti kae loollee qaata bilisoomnee turee . hatuu mana keenya keessa qaata harnee turee . namaa garra gawwuti ofi garra hanqaatuu akka jedhan Nutti sirnaa democracy Waayyaaneen nu hijaartti jeenee otoo eegnuu waggaani 22 taee .Democracy hijaarru dhiisitti jiru Oromo saamu ilma Oromo ajjeessu ,mana hidhaati gaddii darbaachuu hojaa keessa haruu . Oromon jireenya garbumma tti akka buiiu tasissaan . Yerroo Waayyaanee fi ergamtuuni diina ijoollee keenya fi namaa keenya rukkuutan wali irraati dhiissun nurra hin jiru .Wali irraatti diina gobu nurra jira . Wajjiini kaanee huumnaa ofi itti hagaarsissu barbaachissa malee yoo inna tokko miidhaani yoo teenye ilaallee , akka warraabessa fi reee nuu jalaa hin taanee Tukkaan waggaa 22 dhiiga keenya xuxxuu qoorchaani baleessina malee walirraatti ilaallun hin barbaachissu . miidhan keessa gayyoo Namaa keessa Opdo fi Waayyaaneen haa badan
Posted on: Sun, 20 Oct 2013 09:32:58 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015