as wr wb admiin safiruddin shere godhi - TopicsExpress



          

as wr wb admiin safiruddin shere godhi TURKII(MONGOOLIYAA) Ergamaan Rabbi (SAW)lola muslimooni qunnamuuf tessa ja’e kessa lola Turkii kana zamana sahaaboota khaliifaa banii Umayya kessa Turkii injifatanii booji,an. عن أبو هريرة رضي الله عنه قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : لا تقوم الساعة حتى تقاتلوا الترك صغار الأعين حمر الوجوه ذلف الأنوف كأن وجوههم المجان المطرقة ولا تقوم الساعة حتى تقاتلوا قوما نعالهم الشعر Abu Hureeyraa (DRIH)irra odeeyfamee,Ergamaan Rabbi(SAW)nije’e ((Qiyaamaan hindhaabbattu,hamma Turkiin loltanitti malee,ummata ijjen xixiqqa,fuula diimaa,funyaan gabaabaa(baxxe),fulli isaanii akka gaachana goodameeti,qiyaamaa hindhabbattu hamma ummata kophee kallo rifeensa uffataniin loltanitti malee)) Bukharii ifii Muslimii gabaase Turkiin gosa diidamii lama turan gaafa ZULQARNEEN gaara lamaan jiddu cufu qosa diidamii tokkotti cufee takka lakkise tanaaf Turk jachuun warra lakkifame (dhiifame)ja’anii moggaasan,Mongoolian gosa Turkii kessa tokko(kitaaba Mirqaat Al-Masaabiih) mootummaan Mogooliaa mootumma Tataar ja’amuu bekkaman Mootummaan Mongoolia bara akka Hijratti 656 akka lakkoofsa Awroopatti 1258 biyya islaamatti duulanii dhiiga hedduu facaasanii kitaaba Bagdaad kessa jiru caran boodee islaamumatti seenan commenti laadha. as wr wb
Posted on: Mon, 07 Oct 2013 11:48:40 +0000

Trending Topics



for the invite to The
Homemade with love... Check out these BEAUTIFUL and scrumptious
Suitable for: Inspection engineers and supervisory staff. The
My beautiful client Tanya came to the salon and said she was ready
1878 Wood Engraving Art Mounts Bay English Channel UK Grey Rock
Mit dem Potsdamer Abkommen, vom Aug. 1945 haben uns die alliierten

Recently Viewed Topics




© 2015