AKKUMA waayee JUNEEYDII SAADDOO : urjii ahmad dubbatee yaada - TopicsExpress



          

AKKUMA waayee JUNEEYDII SAADDOO : urjii ahmad dubbatee yaada irratti kenne : ani wonniin jedhuu barbaadu worri waayee oromoo fi amantii wolitti hin kaasin jettan maal jechuu barbaaddan: sila oromoon saba amanta hinqabnee jechuu heddan moo? isin inumaa anatti dhaadiyoo ykn DH.D.U.O fakkaattan. worra dhiiga ABO tti fayyadamee bilisumma nu dhoorgee nu nyaataaru. kaleessa woyanetu nuuf qabsaayee,? oromoon kaleessa amantii sabummaa afaan fi biyya isaa nafxanyoota amaaratiin fi woyyaaneetiin dhabee ture ammas dhabee jira hin arganne. osoo gaaf eertiraan keewwata 39 fayyadamtee fottoqxu nutis fottoqnee rakkoo kana keessa hin buunu turre.qabsaayonni oromoo muslima hin turre,? kan du`ee fi kan jirullee? fkn: general WAAKOO GUUTUU, G.KAMAAL GALCHUU, G. HUSEEN BUNEE ,HAAJI ADAM DAARARAA,KINFAA HINDHEESSA, LEENJISOO DIIGAA, UMAR SULEEYMAN,SH. MUHAMMAD RASHAD ABDULLEE, SH. BAKAR SAPHALOO ............DH.D.U.O turanii, moo qabsayota oromoo kan adda bilisummaa oromoo ABO woliin dhiigni isaan jige turan? ADABADHAA MALEE...
Posted on: Sat, 17 Aug 2013 22:44:00 +0000

Trending Topics



t
in-height:30px;">
Responsive Education Solutions to Hold Job Fair November

Recently Viewed Topics




© 2015