Hiryoottankoo kanneen biyya keessaa hundi. Carraa hojii - TopicsExpress



          

Hiryoottankoo kanneen biyya keessaa hundi. Carraa hojii (qacarrii) na ilaallatu yoo argitan naaf himaa. -Dipartiment:Rurul developmet (BA degre) -Muuxanno waggaa1 -Dandeettii afaanii: Eng, Amhar & Orom -Dandeettii Komputera ga,aa. fi kkf kan gaafatu yeroo argitan. Keessattuu warreen hojii NGO kessa jirtanii fi qacarrii barbaadaa jirtan Adaraa waan jiru na hin dhoksiinaa. Chat naaf godhaa Ykn 091081818.
Posted on: Wed, 25 Sep 2013 11:23:47 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015