#OromoProtests organizers please send (inbox) us details of your - TopicsExpress



          

#OromoProtests organizers please send (inbox) us details of your rally (Time, Venue and instruction if any). We will update the list. We have also developed interactive and easily navigable map to help media entities and the public monitor and report the protest. La luta continua! ------- Qindeessitoonni hiriira mormii /waltajjii marii ummata qaamaan hirmaatuu fedhuufi fagoo hordofuu fedhu akka fayyaduuf odeeffaannoo guutuu akka ( bakka, yeroo, qajeelfgama) nuu ergitan isin gaafanna. Warra hirmaatuufi fedhuufi gabaasuu barbaaduuf akka laaffatuuf kaartaa (map) qopheessaa waan jirruuf odeeffannoolee kana dafaa naaf ergaa (inbox). Galanni keessan dacha dachaani!
Posted on: Sun, 04 May 2014 04:27:17 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015