WAAYYAANEENI AKKA QOREE GAMMOOJII TTI Biyyi keenya heeda - TopicsExpress



          

WAAYYAANEENI AKKA QOREE GAMMOOJII TTI Biyyi keenya heeda Waayyaaneeni aangoo qabaate CONCENTRATION CAMPS taee. Kunoo waggaa 22 Waayyaaneeni , Finfinnee warranani eegaa jirti , otoo Finfinneeni boundary gubba tti argamee haa tauu namaa ifaa taaa maali fi akka warranani eegani . akka WARRABEESSI ISAA HALKANI NAMAA HOJAATEE BEEKA GUYYAA NAMAA DHEENSUU .Waayyaaneeni amma ummata mitee wani beektuu fi magaala Finfinnee ummata sodaa jette warrana kumma tokko oli kani tauuni ummata Oromo irraa ofi tiksaa jirti .biyyaa eessa tuu yoo taee kani haa kana hin jiru. THE TERM CONCENTRATION CAMP REFERS TO A CAMP IN WHICH PEOPLE ARE DETAINED OR CONFINED , USUALLY UNDER HARSH CONDITIONS , LIKE WOYANE ETHIOPIAN PEOPLE . WAAYYAANEENI AKKA QOREE GAMMOOJII NUTTI TAATEE . QOREENI GAMMOJII DURA LUKKA SII WARRANTTI , SANA BOODEE YOO LUKKA IRRAA OFI BUQISSU JETTE, HARKA SII WARRANTTI , HARKA IRRAA OFI BUQISSU YOO JETTE , ARRABA SII WARRANTTI , AKKUMMAA WAAYYAANEE, QOREE GAMMOOJII SII OFI IRRAA BUQISSUNI BAYYEE RAKKOO DHA . duaa Meles Zenawi boodee wanti hin geedaraammaa jedhani eegani hin jiru , jarri wari afan hojaa Meles Zenawi calqaabee itti fufna jedhan yoomu aangoo waayyaaneeni hin galakiftuu . kuni kani ibsuu akka Waayyaaneeni akka qorree gammoojii namaa irraa yoomu hin buqaane hagarsissa . Qabsoon itti fufa , Waayyaaneeni hin kufa . miidhaani keessa gayyoo ,namaa keessa OPDO haa badu
Posted on: Sun, 01 Dec 2013 17:23:17 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015