musliimota nagayaa: ASSALAAMU ALEEYKUM WORAAHMATULLAAHI - TopicsExpress



          

musliimota nagayaa: ASSALAAMU ALEEYKUM WORAAHMATULLAAHI WOBARAKAATUHUU ***ajrii 30......WOLALOO::: ##Akka hin xuroofnee,islaameen hadaraa . akka hin najisoofne, islaameen xahaaraa.beekumsaan jalqabdii ,barsiiftuu waa maraa. didaa roorroo jaraa,AHBAASHONNI dharaa. ahbaashiin hinfudhuu, SHAHIIDUMMAtu taraa. yahuudatu deeggaraa, woyyaanetu gargaara, maqaa koo qayyaraa. asii gaafa deemtan qormaatatu jiraa,gaafa woldheessanii xilaataa fi firaan. furmaata aakira,furmaata waa maraa, ISLAAMUMMAtu jiraa. ISLAAMEEN ,ISLAAMEEN,ISLAAMEEN HADARAA!!!!!!!. mee wollaahi, nama meeqatu bilisummaa diinii jaalata, LIKE gochuun. meeqatu salaamtaa koo na jalaa deebisa, wa.wor.wob jechuun. YAA RABBI WORRI "LIKE" GODHE WORRA NASRII DIINII JAALATUU, ati naa jaaladhu. worri SALAAMTAA deebise ISLAAMNI NAGAYA ta`uu worra ragaa bahee, ati ibidda jahannam irraa nagaya naa baasi. worra SHARE godhe, rahmata kee qoodiif.yaa RABBI worra sadiinuu godheef, teesso isaa JAHANNATUL FIRDOOWSI naa godhiif..AAAAMMMIIIIIIIIIIINNNNN
Posted on: Mon, 26 Aug 2013 07:16:23 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015