Ummaanni oromoo kan inni falmaata jiruu lamummaa ethiopia osoo hin - TopicsExpress



          

Ummaanni oromoo kan inni falmaata jiruu lamummaa ethiopia osoo hin taane mirgaafi abbaabiyyummaa isaati.kun kan fixaan bahu /irbuun gootota oromoo akkaanati miti kan milkin isaa toluu danda.u namni amaanti wal qooda goosaf lagaan wal qooda nu arsiidha kuni jimma kun baaleedha kuni harara kun boraana kuni shawwadha kun waallaga kun kamisee osoo hin jedhin oromummaa kenyaaf falmachu qofa tanaam mirga kenyas inuma arganna abbaabiyyumma kenyaas wamtu nu harka hin buftu.ahmed kana jedhe isin hoo maal jettu????
Posted on: Tue, 08 Oct 2013 18:53:20 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015