Dhaloota goofta harkaa beenya(gatii) - TopicsExpress



          

Dhaloota goofta harkaa beenya(gatii) fudhatan 1:karaa hafuuraatti hiyyeessota warra taan -mootumma waaqa argatu 2:warra garraami -biyya isa abdachiifame argatu 3:warra waan qajeela akka midhaani beelaani fi akka bishaani dheebotan -isaan geessifachuuf jiru 4:warra namaf ooan -ooa argachuf jiru 5:warra nagaa buusan -isaan ijoollee waaqayyo in jedhamu 6:warra yaadni garaa isaani qullaaoo tae -isaan waaqayyon in argu 7:warra garaan isaani gadde -jajjabina in argatu 8:warra qajeelummadhaaf jedhani ariataman -mootumman waaqa kan isaaniiti. Hubaachisa Qoodni koo kam jedhe namni hundumtu of haa gaafatu
Posted on: Mon, 11 Nov 2013 08:19:36 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015