Mee Dubbiin Tun Isin Hin Ajaaibsiiftuu Yeroo Hedduu ummanni - TopicsExpress



          

Mee Dubbiin Tun Isin Hin Ajaaibsiiftuu Yeroo Hedduu ummanni Islaama Akkaan Site/ Facebook Kanarratti Argu Namni Tokko Yommuu Waan Kheyrii Dhaa Isiniif Dabarse Ykn Waan Gaarii isin Fayyadu yommuu isiniif Barreessan irratti Hin Hirmaattan Yommuu Ammoo Intalti Dubraa takka Tan Qaama isii hin Dhoowwanne ykn Gurbaan Dardaraa tokko Phootoo Isaa Post Godhe Ballinaan Yaada irratti Kannata Maaliif Akka Tahee Mee naaf Ibsaa ???
Posted on: Sun, 29 Sep 2013 21:42:22 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015