------mee maradhaa----- Ms. Yunivers jedhamuun kan beekamu - TopicsExpress



          

------mee maradhaa----- Ms. Yunivers jedhamuun kan beekamu dorgommiin bareedina addunyaa geggeeffamuuf guyyoonni xiqqoon hafe kana irratti akka hiraataniif biyyoonni bakka buutota isaanii Rashiyaa kirosnoogoristti erganii jiran. Yeroo 62ffaaf dorgommii geggeeffamu kana itiyoopiyaaf adda kan godhu dorgommii kana irratti kan hirmaattu waaee Maahideree Xigaabee qofa utuu hin taane lammii biyyattii biyya Israaeel keessatti guddatte Yitiyish Aynaaw hirmaachuu ishee ti. Kun Itiyoopiyaaf boonsaa dhaa? moo ykn dorgommii bareedinaa waan taeef bakki ol aanaan hin kannamuuf jettu? -----mee mariadhaa----
Posted on: Thu, 31 Oct 2013 18:18:32 +0000

Trending Topics



Recently Viewed Topics




© 2015